LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 2:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 “Haa taʼu malee, si booda mootummaa kan biraan si irra xinnaatu ni kaʼa;+ achiis mootummaa kan biraan, jechuunis mootummaa sadaffaan inni sibiila diimaa taʼe ni kaʼa, guutummaa lafaa irrattis ni bulcha.+

  • Daaniʼel 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Kana boodas ilaaluu koo ittan fufe; kunoo, bineensa kan biraa qeerransa fakkaatu tokko nan arge;+ taʼus dugda isaa irraa qoochoowwan kan allaattii fakkaatan afur qaba ture. Bineensichi mataa afur qaba ture;+ akka bulchuufis aangoon isaaf ni kenname.

  • Daaniʼel 8:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Anis ilaaluu koo yommuun itti fufu, kunoo, korbeessi reʼee+ tokko utuu lafa hin tuqin guutummaa lafaa qaxxaamuree kallattii dhihaa* irraa ni dhufe. Reʼeen kun ija isaa lamaan gidduudhaa gaanfa guddaa tokko qaba ture.+

  • Daaniʼel 8:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Korbeessi reʼee dabbasaa qabu sun mootii Giriikii argisiisa;+ gaanfi guddaan ija isaa lamaan gidduu jiru mootii isa jalqabaa argisiisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi