-
Daaniʼel 7:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Achiis waaʼee bineensa arfaffaa isa warra kaan hundumaa irraa adda taʼe sanaa caalaatti beekuun barbaade; inni akka malee kan nama sodaachisu, ilkaan sibiilaa fi qeensa sibiila diimaa kan qabu yeroo taʼu, wanta hundumaa nyaachaa fi caccabsaa, isa irraa hafe immoo miila isaatiin dhidhiitaa ture;+
-
-
Daaniʼel 7:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 “Inni akkana jedhe: ‘Bineensi arfaffaan mootummaa arfaffaa lafa irratti kaʼu dha. Inni mootummoota kaan hundumaa irraa adda ni taʼa; guutummaa lafaa ni nyaata, ni dhidhiita, ni caccabsas.+
-