LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Haa taʼu malee, Hosheʼaan gara Soo mootii Gibxiitti namoota waan ergeef,+ akkasumas akka waggoottan darbaniitti gibira mootii Asooriif kaffalamu waan hin fidneef, mootiin Asoor Hosheʼaan akka isa irratti mariʼate ni hubate. Kanaafuu, mootiin Asoor qabee hidhee mana hidhaatti isa galche.

  • Isaayyaas 31:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Warra gargaarsa argachuuf gara Gibxiitti gad buʼaniif,+

      Warra fardeenitti abdataniif,+

      Warra gaariiwwan fardaa hedduu taʼanitti,

      Fardeen waraanaa* ciccimoo taʼanittis amanamaniif wayyoo.

      Haa taʼu malee, isaan Isa Qulqulluu kan Israaʼel hin eeggatan,

      Akkasumas Yihowaa hin barbaaddatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi