LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 31:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+

  • Hisqiʼel 36:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Sana booda isin biyyan abbootii keessaniif kenne keessa ni jiraattu; isin saba koo ni taatu; anis Waaqa keessan nan taʼa.’+

  • Zakkaariyaas 13:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Harka isa sadaffaa ibidda keessa nan dabarsa;

      Akkuma meetiin qulqulleeffamutti isaan nan qulqulleessa,

      Akkuma warqiin qoramuttis isaan nan qora.+

      Isaan maqaa koo ni waammatu,

      Anis isaaniif nan deebisa.

      Ani, ‘Isaan saba koo ti’ nan jedha,+

      Isaan immoo, ‘Yihowaan Waaqa keenya dha’ jedhu.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi