Zakkaariyaas 8:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 ‘Sababiin isaas, sanyiin nagaa ni facaafama; mukti wayinii firii isaa ni kenna; lafti oomisha ishii ni kenniti;+ samiinis fixeensa isaa ni kenna; ani warri saba kana keessaa hafan wantoota kana hundumaa akka dhaalan nan godha.+
12 ‘Sababiin isaas, sanyiin nagaa ni facaafama; mukti wayinii firii isaa ni kenna; lafti oomisha ishii ni kenniti;+ samiinis fixeensa isaa ni kenna; ani warri saba kana keessaa hafan wantoota kana hundumaa akka dhaalan nan godha.+