Isaayyaas 35:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+ Isaayyaas 61:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isin bakka qaanii gaʼee dachaa ni qabaattu,Isaanis bakka salphinaa qooda argatanitti ni ililchu. Eeyyee, isaan biyya isaanii keessatti gaʼee dachaa ni dhaalu.+ Gammachuun bara baraas kan isaanii ni taʼa.+
10 Warri Yihowaan fure ililchaa deebiʼanii gara Xiyoon ni dhufu.+ Isaan gammachuu dhuma hin qabne ni gonfatu.+ Ni gammadu, ni ililchus,Gaddii fi aaduunis achii ni baqatu.+
7 Isin bakka qaanii gaʼee dachaa ni qabaattu,Isaanis bakka salphinaa qooda argatanitti ni ililchu. Eeyyee, isaan biyya isaanii keessatti gaʼee dachaa ni dhaalu.+ Gammachuun bara baraas kan isaanii ni taʼa.+