Leewwota 26:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 ani yeroo isaatti bokkaa isiniif nan roobsa;+ lafattiinis firii ishii ni kenniti;+ mukeetiin dirree keessaas firii isaanii ni kennu. Keessa Deebii 28:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Ijoolleen kee,*+ firiin lafa keetii, sanyiin horii keetii, jabbiin kee fi ilmooleen hoolaa keetii ni eebbifamu.+ Isaayyaas 30:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+
4 ani yeroo isaatti bokkaa isiniif nan roobsa;+ lafattiinis firii ishii ni kenniti;+ mukeetiin dirree keessaas firii isaanii ni kennu.
4 “Ijoolleen kee,*+ firiin lafa keetii, sanyiin horii keetii, jabbiin kee fi ilmooleen hoolaa keetii ni eebbifamu.+
23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+