-
Faarfannaa 81:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sabni koo garuu sagalee koo hin dhageenye;
Israaʼel naaf hin ajajamne.+
-
-
Zakkaariyaas 7:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Isaan garuu dhagaʼuu didan;+ mata jabeeyyii taʼuudhaan na irraa garagalan;+ akka hin dhageenyeefis gurra isaanii cuqqaalan.+ 12 Isaan garaa isaanii akkuma dhagaa* ni jabeessan;+ seerichaa* fi dubbii Yihowaan Gooftaan Raayyaa karaa raajota durii hafuura isaatiin ergeefis hin ajajamne.+ Kanaan kan kaʼes, Yihowaa Gooftaa Raayyaa irraa dheekkamsi guddaan ni dhufe.”+
-