LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yooʼel 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Guyyichi guyyaa dukkanaa fi dimimmisaa ti,+

      Guyyaa duumeessaa fi dukkana cimaa ti,+

      Akkuma ifa barraaqaa gaarota irratti babalʼatuu ti.

      Sabni guddaanii fi jabaa taʼe tokko jira;+

      Kanaan dura kan akka isaa tokko illee hin turre,

      Gara fuulduraattis dhaloota hundumaa keessatti

      Kan akka isaa matumaa hin jiraatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi