2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+
Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+
Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;
Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+
3 Reeffi isaanii gad ni darbatama,
Ajaan reeffa isaaniis ol ni baʼa;+
Dhiiga isaaniitiin kan kaʼe gaaronni ni baqu.+