LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Oomisha duraanii isa waggaa darbe irraa hafe utuma nyaattanii, oomisha haaraadhaaf iddoo argachuuf isa duraanii iddoo gadhiisistu.

  • Amoos 9:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Yihowaan akkana jedha:

      ‘Kunoo, guyyaan namni qotu isa midhaan sassaabu bira itti gaʼu,

      Namni wayinii dhidhiitus isa sanyii facaasu bira itti gaʼu ni dhufa;+

      Gaaronni daadhii wayinii miʼaawaa ni coccophsu,+

      Tabbawwan hundumaa irras daadhiin wayinii ni lolaʼa.*+

  • Miilkiyaas 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Mana koo keessa nyaanni akka jiraatuuf,+ kurnoo sana guutummaatti gara mana kuusaatti fidaa;+ ani foddaawwan samii banee hamma iddoo kaaʼattan dhabdanitti eebba kanan isin irratti roobsu* taʼuu fi dhiisuu+ isaa ilaaluuf mee gama kanaan na qoraa”+ jedha Yihowaan Gooftaan Raayyaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi