Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
8 Gaara Hoor irraa jalqabee hamma Lebo Hamaatittis*+ daangaa ni kaaʼattu; dhumni daangaa sanaas Zedaad+ taʼa.