LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 14:34
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Anaan mormuu* jechuun maal jechuu akka taʼe akka beektaniif, akkuma guyyoota 40mman biyyattii itti basaastan sanaatti,+ jechuunis guyyaan tokko akka waggaa tokkootti lakkaaʼamee waggaa 40f balleessaa keessaniif deebii ni kennitu.+

  • Keessa Deebii 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Sababiin isaas, Waaqni kee Yihowaan wanta goote hundumaa irratti si eebbiseera. Inni lafa onaa guddaa kana keessa darbuu kee akka gaariitti beeka. Waggoota 40 kanatti Waaqni kee Yihowaan sii wajjin ture; wanti sitti hirʼates hin jiru.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi