-
2 Mootota 17:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Achiis mootiin Asoor Baabilon, Kuutaa, Aawaa, Hamaatii fi Sefaarwaayim+ keessaa namoota fuudhee, magaalota Samaariyaa keessatti bakka Israaʼelotaa isaan qubachiise; isaanis Samaariyaa fudhatanii magaalota ishii keessa jiraachuu jalqaban.
-
-
Ermiyaas 31:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Ati ammas gaarota Samaariyaa irratti muka wayinii ni dhaabbatta;+
Warri biqiltuu dhaabanis muka wayinii ni dhaabbatu, firii isaas ni nyaatu.+
6 Sababiin isaas, guyyaan waardiyyoonni gaarota Efreem irratti argaman,
‘Kaʼaa, gara Xiyoonitti, gara Waaqa keenya Yihowaatti ol haa baanu’ itti jedhan ni dhufa.”+
-