Amoos 9:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+ Miikiyaas 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.
14 Ani saba koo Israaʼel warra boojiʼaman deebisee walitti nan qaba,+Isaan magaalota ona taʼan deebisanii ni ijaaru, keessas ni jiraatu;+Mukeetii wayinii ni dhaabu, daadhii wayinii isaaniis ni dhugu,+Biqiltuu ni dhaabu, firii isaas ni nyaatu.’+
4 Tokkoon tokkoon isaanii muka wayinii isaanii fi muka harbuu isaanii jala ni taaʼu,*+Eenyu iyyuu isaan hin sodaachisu,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa kana dubbateera.