-
Luqaas 11:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Yommuu namoonni hedduun walitti qabaman akkana jedhee dubbachuu jalqabe: “Dhaloonni kun dhaloota hamaa dha; inni mallattoo kan barbaadu taʼus, mallattoo Yoonaas raajichaa malee mallattoo kan biraan isaaf hin kennamu.+ 30 Sababiin isaas, akkuma Yoonaas+ namoota Nanawweetiif mallattoo taʼe, Ilmi namaas dhaloota kanaaf mallattoo ni taʼa.
-