Fakkeenya 16:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Carraan gudeeda irratti buufama,+Wanti karaa isaa murteeffamu hundi garuu Yihowaa biraa dhufa.+ Fakkeenya 18:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Carraa buusuun falmiin akka xumuramu godha,+Namoota cimsanii wal morkatan gidduuttis murtii kenna.*
18 Carraa buusuun falmiin akka xumuramu godha,+Namoota cimsanii wal morkatan gidduuttis murtii kenna.*