LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 7:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Isin ganama gosa gosaan ni dhihaattu, gosti inni Yihowaan filatus+ gara fuulduraatti ni dhihaata; achiis maatii maatiidhaan ni dhihaattu, maatiin Yihowaan filatus gara fuulduraatti ni dhihaata; achiis akka mana manaatti ni dhihaattu, manni Yihowaan filatus gara fuulduraatti ni dhihaata; achiis dhuunfaa dhuunfaatti ni dhihaattu.

  • Iyyaasuu 7:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Dhuma irrattis maatiin Zaabdii dhuunfaa dhuunfaatti akka dhihaatan ni godhe; achiis Akaan ilmi Kaarmii, ilmi Zaabdii, ilmi Zeeraa inni gosa Yihudaa keessaa tokko taʼe ni filatame.+

  • 1 Saamuʼel 14:42, 43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Saaʼolis, “Anaa fi ilma koo Yonaataan keessaa eenyu akka taʼe beekuuf carraa buusaa”+ jedhe. Yeroo kanatti Yonaataan ni filatame. 43 Achiis Saaʼol Yonaataaniin, “Maal akka goote natti himi!” jedhe. Yonaataanis, “Fiixee ulee harka koo irra tureen, damma xinnoo afaaniin qabeera.+ Kunoo amma ani duʼuuf qophaaʼaa dha!” isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi