-
Isaayyaas 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Saba cubbamaadhaaf,+
Uummata dogoggorri isaa itti ulfaateef,
Sanyii namoota hamootiif, ijoollee mancaʼoo taʼaniif wayyoo!
-
-
Ermiyaas 2:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 ‘Sababiin isaas, sabni koo wantoota hamoo taʼan lama raawwateera:
-