Isaayyaas 41:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’ Zakkaariyaas 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+
10 Ani sii wajjin waanan jiruuf, hin sodaatin.+ Waaqa kee waanan taʼeef, hin dhiphatin.+ Ani sin jabeessa, eeyyee, sin gargaara,+Ani dhugumaan harka qajeelummaa koo isa mirgaatiin cimsee sin qaba.’
13 Yaa mana Yihudaa fi mana Israaʼel, isin akkuma saboota gidduutti abaarsa taatanii turtan,+ amma ani isin nan oolcha, isinis eebba ni taatu.+ Hin sodaatinaa!+ Harka keessan jabeeffadhaa.’*+