2 Mootota 25:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Jiʼa torbaffaattis Ishmaaʼel+ ilmi Nataaniyaa ilmi Elishaamaa inni sanyii mootii* taʼe namoota kan biroo kudhanii wajjin dhufe; isaanis Gedaaliyaa ni rukutan; innis Yihudootaa fi Kaladoota warra isaa wajjin Misphaa keessa turanii wajjin ni duʼe.+ Zakkaariyaas 7:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Namoota biyyattii hundumaa fi lubootaan akkana jedhi: ‘Isin waggaa 70f+ jiʼa shanaffaa fi jiʼa torbaffaatti+ yeroo soomaa fi booʼaa turtanitti, dhuguma anaaf soomtanii?
25 Jiʼa torbaffaattis Ishmaaʼel+ ilmi Nataaniyaa ilmi Elishaamaa inni sanyii mootii* taʼe namoota kan biroo kudhanii wajjin dhufe; isaanis Gedaaliyaa ni rukutan; innis Yihudootaa fi Kaladoota warra isaa wajjin Misphaa keessa turanii wajjin ni duʼe.+
5 “Namoota biyyattii hundumaa fi lubootaan akkana jedhi: ‘Isin waggaa 70f+ jiʼa shanaffaa fi jiʼa torbaffaatti+ yeroo soomaa fi booʼaa turtanitti, dhuguma anaaf soomtanii?