LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 41:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Jiʼa torbaffaatti Ishmaaʼel+ ilmi Nataaniyaa ilmi Elishaamaa inni sanyii mootii* fi namoota mootichaa warra beekamoo taʼan keessaa tokko taʼe namoota kan biroo kudhanii wajjin Misphaatti+ gara Gedaaliyaa ilma Ahiqaam ni dhufe. Isaan Misphaatti utuma waliin nyaachaa jiranii, 2 Ishmaaʼel ilmi Nataaniyaa fi namoonni kurnan isaa wajjin turan kaʼanii Gedaaliyaa ilma Ahiqaam ilma Shaafaan goraadeedhaan ni ajjeesan. Akka kanaan, inni nama mootiin Baabilon biyyattii irratti muude sana ni ajjeese.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi