LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Guyyaa sanatti saboonni hedduun Yihowaa cinaa ni dhaabbatu,+ isaanis saba koo ni taʼu; ani si gidduu nan jiraadha.” Atis Yihowaan Gooftaan Raayyaa gara keetti akka na erge dhugumaan ni hubatta.

  • Mulʼata 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana booda nan arge, kunoo, tuutni uummataa guddaan eenyu iyyuu lakkaaʼuu hin dandeenyee fi saba hundumaa keessaa, gosa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa fi qooqa hundumaa keessaa dhufan,+ uffata aʼadii uffatanii+ teessichaa fi Hoolicha dura dhaabbatanii turan; isaan damee muka meexxii harka isaaniitti qabatanii turan.+

  • Mulʼata 14:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Maleekaa kan biraanis utuu samii walakkaa* balaliʼuu nan arge; inni misiraachoo bara baraa warra lafa irra jiraataniif, jechuunis saba, gosa, qooqaa fi nama hundumaaf labsu qabatee ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi