-
Baʼuu 12:37, 38Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Achiis Israaʼelonni ijoollee utuu hin dabalatin dhiironni lafoon gara 600,000 taʼan+ Raamsees+ keessaa baʼanii gara Suukootitti+ qajeelan. 38 Uummanni walitti makame*+ hedduunis isaanii wajjin ni deeme; kana malees isaan bushaayeewwanii fi loon, jechuunis horiiwwan baayʼee hedduu taʼan fudhatanii deeman.
-