5 Kanaafuu, inni saantima meetii sana mana qulqullummaa keessatti darbatee deeme. Achiis dhaqee of fannise.+ 6 Dura buutonni lubootaa garuu saantima meetii sana fuudhanii, “Kun gatii dhiigaa waan taʼeef, mana qabeenyaa isa qulqulluu taʼe keessa kaaʼuun seeraan dhorkamaa dha” jedhan.