Hisqiʼel 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Yaa ilma namaa, tiksitoota Israaʼel irratti raajii dubbadhu. Raajii dubbadhu, tiksitoota sanaan akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Tiksitoota Israaʼel warra of sooraniif wayyoo!+ Tiksitoonni hoolota sooruu qabu mitii?+ Hisqiʼel 34:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Isin isa dadhabe hin cimsine yookiin isa dhukkubsate hin fayyisne yookiin isa miidhame huccuudhaan hin hiine yookiin isa karaa irraa gore hin deebisne yookiin isa bade hin barbaanne;+ kanaa mannaa, gara jabinaa fi hamminaan isaan bulchitan.+
2 “Yaa ilma namaa, tiksitoota Israaʼel irratti raajii dubbadhu. Raajii dubbadhu, tiksitoota sanaan akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: “Tiksitoota Israaʼel warra of sooraniif wayyoo!+ Tiksitoonni hoolota sooruu qabu mitii?+
4 Isin isa dadhabe hin cimsine yookiin isa dhukkubsate hin fayyisne yookiin isa miidhame huccuudhaan hin hiine yookiin isa karaa irraa gore hin deebisne yookiin isa bade hin barbaanne;+ kanaa mannaa, gara jabinaa fi hamminaan isaan bulchitan.+