LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 34:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isin cooma ni nyaattu; uffata rifeensa hoolaa irraa tolfame ni uffattu; horii isa hundumaa caalaa gabbates ni qaltu;+ hoolota garuu hin soortan.+

  • Hisqiʼel 34:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani tiksitoota sana irratti nan kaʼa; hoolota kootiifis* isaan nan gaafadha; hoolota koo akka hin soorre* isaan nan ariʼa;+ kana booda tiksitoonni of hin sooran. Hoolota koo afaan isaaniitii nan buusa; kana booda isaan nyaata isaaniif hin taʼan.’”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi