LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 “Saaniiwwan isaa, xoofoowwan isaa, akkasumas okkoteewwanii fi saaniiwwan golboo isaa warra isaan aarsaawwan dhugaatii keessaa dhangalaasan ni tolchita. Warqii qulqulluu irraa isaan ni tolchita.+

  • Lakkoofsa 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Kana malees, huccuu bifa cuquliisaa sana minjaala daabboo ilaalchaa irra ni afu;+ achiis saaniiwwan, xoofoowwan, saaniiwwan golboo fi okkoteewwan aarsaa dhugaatii+ achi irra ni kaaʼu; aarsaan daabboo inni yeroo hundumaa dhihaatu+ achuma irra turuu qaba.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi