LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “‘Murtii hin jalʼisinaa. Isa hiyyeessa taʼeef hin loogin; isa sooressa taʼes ija addaatiin hin ilaalin.+ Namaaf haqaan murtii kenni.

  • Keessa Deebii 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Murtii kennuu irratti hin looginaa.+ Akkuma isa guddaa dhageessanitti isa xinnaas dhagaʼaa.+ Murtiin kan Waaqayyoo waan taʼeef,+ nama hin sodaatinaa;+ dhimmi tokko humna keessanii ol yoo taʼe, anatti dhiheessaa; anis dhimmicha nan dhagaʼa.’+

  • Keessa Deebii 16:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Haqa hin jalʼisin,+ hin loogin+ yookiin mattaʼaa hin fudhatin; sababiin isaas, mattaʼaan ija ogeessaa ni jaamsa,+ dubbii nama qajeelaas ni jalʼisa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi