-
Maatewos 19:4-6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Innis deebisee akkana jedhe: “Waaqayyo jalqabumaa kaasee dhiiraa fi dubartii godhee akka isaan uume+ hin dubbisnee? 5 ‘Kanaan kan kaʼes, namni abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa, haadha manaa isaattis ni maxxana; lamaan isaanii foon tokko taʼu’+ jedheera. 6 Kanaafuu, isaan sana booda foon tokko dha malee lama miti. Egaa, wanta Waaqayyo walitti hidhe namni kam iyyuu gargar hin baasin.”+
-