Fakkeenya 14:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+ Yaaqoob 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+
31 Namni nama rakkataa gowwoomsu Uumaa isaa arrabsa,+Namni hiyyeessatti gara laafina argisiisu hundi garuu isaaf ulfina kenna.+
4 Ilaa, mindaan isin hojjettoota maasii keessan irraa midhaan isiniif sassaaban dhowwattan iyyaa jira; iyyi haamtonni gargaarsaaf dhageessisan gurra Yihowaa* Gooftaa Raayyaa bira gaʼeera.+