Baʼuu 23:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+ Zakkaariyaas 7:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne,*+ nama biyya ormaa+ yookiin hiyyeessa hin gowwoomsinaa;+ garaa keessan keessattis waan hamaa wal irratti hin yaadinaa.’+
9 “Nama biyya ormaa hin cunqursin. Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif, nama biyya ormaa taʼuun miira akkamii akka namatti uumu* beektu.+
10 Dubartii abbaan manaa irraa duʼe yookiin mucaa abbaa hin qabne,*+ nama biyya ormaa+ yookiin hiyyeessa hin gowwoomsinaa;+ garaa keessan keessattis waan hamaa wal irratti hin yaadinaa.’+