LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 43:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan akkana jedha: “Isin dhugaa baatota koo ti,+

      Eeyyee, tajaajilaa koo isan filadhe dha;+

      Kunis, isin akka beektanii fi akka natti amantaniif,*

      Ani isuma taʼuu koos akka hubattaniifi.+

      Ana dura Waaqni hin tolfamne,

      Ana boodas hin jiru.+

  • Isaayyaas 46:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Hamma dulloomtanitti ani isuma sana;+

      Hamma harrii baastanittis isinan baadha.

      Akkuman kanaan dura godhetti, isinan baadha, isinan dandaʼa, isinan oolchas.+

  • Yaaqoob 1:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa,+ Abbaa ifawwan samii,+ isa akka gaaddidduu iddoo isaa jijijjiiruutti hin gegeddaramne+ biraa gad buʼa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi