-
Zakkaariyaas 1:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Wanta ani Yihowaan Gooftaan Raayyaa jedhe kana isaanitti himi: ‘Ani Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti. Gara kootti deebiʼaa, anis gara keessanitti nan deebiʼa.’+ Wantoota kana isinitti dubbachaa kan jiru ana Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti.”
-