-
Ermiyaas 23:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 kanaa mannaa isaan, ‘Yihowaa isa jiraataa taʼe, isa sanyii mana Israaʼel biyya kaabaa fi biyyoota itti isaan faffacaasee ture hundumaa keessaa baasee fideen nan kakadha!’ jedhu; isaan biyyuma isaanii keessa ni jiraatu.”+
-