-
Sefaaniyaa 2:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Labsichi hojii irra ooluu isaa dura,
Guyyichi akka galabaatti darbuu isaa dura,
Dheekkamsi Yihowaa inni bobaʼu isin irratti dhufuu isaa dura,+
Guyyaan dheekkamsa Yihowaa isin irratti dhufuu isaa dura,
-