LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 1:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Qarqara Galaana Galiilaa utuu deemaa jiruu, Simoonii fi obboleessi Simoon Indiriyaas+ utuu saaphana isaanii galaanatti darbatanii+ arge; isaan qurxummii kan qaban turan.+ 17 Kanaafuu Yesuus, “Kottaa na duukaa buʼaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godha”+ isaaniin jedhe. 18 Isaanis yeruma sana saaphana isaanii dhiisanii isa duukaa buʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi