LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Maqaan ergamoota Yesuus 12nii kanatti fufee jira:+ Jalqaba, Simoon isa Pheexiros+ jedhamuu fi obboleessa isaa Indiriyaas,+ Yaaqoob ilma Zabdewosii fi obboleessa isaa Yohaannis,+

  • Maatewos 27:55, 56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Dubartoonni hedduun Yesuusiin tajaajiluuf+ Galiilaadhaa isaa wajjin dhufanis fagoo dhaabbatanii ilaalu turan; 56 isaan keessaas Maariyaam ishiin Magdalaa, Maariyaam haati Yaaqoobii fi Yosees, akkasumas haati ilmaan Zabdewos+ jiru turan.

  • Maarqos 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaaqoob ilma Zabdewosii fi Yohaannis obboleessa Yaaqoob (inni obbolaa kana “Boʼanerges” jechuunis, “Ilmaan Kakawwee”+ jedhee moggaase),

  • Maarqos 10:35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Ilmaan Zabdewos kan taʼan Yaaqoobii fi Yohaannis+ gara isaa dhufanii, “Barsiisaa, wanta si kadhannu hunda akka nuuf gootu barbaanna”+ isaan jedhan.

  • Yohaannis 21:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Simoon Pheexiros, Toomaas (inni Didimoos jedhamu),+ Naatnaaʼel+ inni Qaanaa Galiilaadhaa dhufe, ilmaan Zabdewosii+ fi barattoonni isaa kan biroon lama walii wajjin turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi