Maarqos 4:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ammas akkana isaaniin jedhe: “Ibsaan guuboo* jala yookiin siree jala kaaʼamuuf fidamaa? Baattuu ibsaa irra akka kaaʼamuuf fidama mitii?+ Luqaas 11:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Namni tokko ibsaa qabsiisee, bakka dhokataa yookiin guuboo* jala hin kaaʼu; kanaa mannaa, warri ol seenan ificha akka arganiif baattuu ibsaa irra kaaʼa.+
21 Ammas akkana isaaniin jedhe: “Ibsaan guuboo* jala yookiin siree jala kaaʼamuuf fidamaa? Baattuu ibsaa irra akka kaaʼamuuf fidama mitii?+
33 Namni tokko ibsaa qabsiisee, bakka dhokataa yookiin guuboo* jala hin kaaʼu; kanaa mannaa, warri ol seenan ificha akka arganiif baattuu ibsaa irra kaaʼa.+