-
Luqaas 8:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Namni ibsaa qabsiisee waa itti haguugu yookiin siree jala kaaʼu hin jiru; kanaa mannaa, warri ol seenan ificha akka arganiif baattuu ibsaa irra kaaʼa.+
-