LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Namoonni ibsaa qabsiisanii baattuu ibsaa irra kaaʼu malee, guuboo* jala hin kaaʼan; innis warra manicha keessa jiran hundumaatiif ni ifa.+

  • Luqaas 8:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 “Namni ibsaa qabsiisee waa itti haguugu yookiin siree jala kaaʼu hin jiru; kanaa mannaa, warri ol seenan ificha akka arganiif baattuu ibsaa irra kaaʼa.+ 17 Kanaafuu, wanti dhokatee utuu hin mulʼatin, wanti of eeggannoodhaan dhokfamee matumaa utuu hin beekamin hafuu fi ifatti hin baane hin jiru.+

  • Luqaas 11:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Namni tokko ibsaa qabsiisee, bakka dhokataa yookiin guuboo* jala hin kaaʼu; kanaa mannaa, warri ol seenan ificha akka arganiif baattuu ibsaa irra kaaʼa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi