Maatewos 6:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Yommuu soomtan,+ akka fakkeessitootaatti fuula keessan hin daalacheessinaa; isaan akka sooman namootatti argisiifachuuf+ fuula isaanii daalacheessu.* Dhuguman isiniin jedha, isaan badhaasa isaanii guutummaatti argataniiru. Maatewos 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isaan wanta hojjetan hunda namootatti of argisiisuuf+ hojjetu; kudhaama* guguddaa kaaʼatu;+ foʼaa fiixee uffata isaaniis ni dheereffatu.+
16 “Yommuu soomtan,+ akka fakkeessitootaatti fuula keessan hin daalacheessinaa; isaan akka sooman namootatti argisiifachuuf+ fuula isaanii daalacheessu.* Dhuguman isiniin jedha, isaan badhaasa isaanii guutummaatti argataniiru.
5 Isaan wanta hojjetan hunda namootatti of argisiisuuf+ hojjetu; kudhaama* guguddaa kaaʼatu;+ foʼaa fiixee uffata isaaniis ni dheereffatu.+