LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 2:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Haa taʼu malee, Ilmi namaa+ lafa irratti dhiifama cubbuu gochuuf aangoo qabaachuu isaa+ akka hubattaniif” erga jedhee booda, namicha lamshaaʼe sanaan akkana jedhe: 11 “Ani siin nan jedha, kaʼiitii siree kee baadhuu gara mana kee deemi!”

  • Luqaas 5:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Haa taʼu malee, Ilmi namaa lafa irratti dhiifama cubbuu gochuuf aangoo qabaachuu isaa akka hubattaniif” erga jedhee booda, namicha lamshaaʼe sanaan, “Ani siin nan jedha, kaʼiitii siree kee baadhuu gara mana kee deemi”+ jedhe.

  • Yohaannis 5:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yesuusis, “Kaʼi! Afata* kee baadhuutii deemi!”+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi