LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 12:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Fariisonni garuu yommuu kana dhagaʼan, “Namni kun bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* yoo taʼe malee, jinniiwwan hin baasu”+ jedhan.

  • Maarqos 3:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Barsiisonni seeraa Yerusaalemii dhufanis, “Biʼeelzebultu* isa keessa jira; inni jinniiwwan kan baasu bulchaa jinniiwwaniitiini”+ jedhu turan.

  • Luqaas 11:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Haa taʼu malee, isaan keessaa tokko tokko, “Inni bulchaa jinniiwwanii Biʼeelzebuliin* jinniiwwan baasa”+ jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi