Maarqos 2:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Utuu darbaa jiruus, Leewwii ilmi Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu taaʼee isa argee, “Duuka buutuu koo taʼi” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+ Luqaas 5:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Kana booda achii baʼee utuu deemuu namichi Leewwii jedhamuu fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taaʼuu argee, “Duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.
14 Utuu darbaa jiruus, Leewwii ilmi Alfewoos bakka qaraxni itti sassaabamu taaʼee isa argee, “Duuka buutuu koo taʼi” isaan jedhe. Yeroo kanatti inni kaʼee isa duukaa buʼe.+
27 Kana booda achii baʼee utuu deemuu namichi Leewwii jedhamuu fi qaraxa sassaabu tokko bakka qaraxni itti sassaabamu utuu taaʼuu argee, “Duuka buutuu koo taʼi”+ isaan jedhe.