Maatewos 25:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Mootichis, ‘Dhuguman isiniin jedha, wanti obboloota koo warra hundumaa irra xinnaatan kana keessaa isa tokkoof gootan, akka anaaf gootanitti lakkaaʼama’+ jedhee isaaniif deebisa. Maarqos 9:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Dhuguman isiniin jedha, isin kan Kiristoos taʼuu keessaniin kan kaʼe namni bishaan kubbaayyaa tokko isiniif kennu+ kam iyyuu matumaa gatii isaa hin dhabu.+ Ibroota 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.
40 Mootichis, ‘Dhuguman isiniin jedha, wanti obboloota koo warra hundumaa irra xinnaatan kana keessaa isa tokkoof gootan, akka anaaf gootanitti lakkaaʼama’+ jedhee isaaniif deebisa.
41 Dhuguman isiniin jedha, isin kan Kiristoos taʼuu keessaniin kan kaʼe namni bishaan kubbaayyaa tokko isiniif kennu+ kam iyyuu matumaa gatii isaa hin dhabu.+
10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.