LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Fakkeenya 19:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namni rakkataatti gaarummaa argisiisu Yihowaadhaaf liqeessa,+

      Innis wanta inni godheef gatii isaa isaaf ni deebisa.*+

  • Maatewos 10:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 “Namni isin simatu kam iyyuu anaanis ni simata; namni anaan simatu kam iyyuu immoo isa ana erge sana simata.+

  • Maarqos 9:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Dhuguman isiniin jedha, isin kan Kiristoos taʼuu keessaniin kan kaʼe namni bishaan kubbaayyaa tokko isiniif kennu+ kam iyyuu matumaa gatii isaa hin dhabu.+

  • Ibroota 6:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababiin isaas, Waaqayyo jalʼaa miti; inni hojii keessan, akkasumas qulqulloota tajaajiluu fi tajaajiluu keessan itti fufuudhaan jaalala maqaa isaatiif argisiistan+ hin irraanfatu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi