LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 4:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis inni manneen sagadaa+ isaanii keessatti barsiisaa, misiraachoo Mootummichaa lallabaa, akkasumas dhukkuba gosa hundumaa fi dhibee gosa hundumaa namoonni sun qaban fayyisaa+ guutummaa Galiilaa keessa naannaʼe.+

  • Maatewos 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yesuus wantoota kana dubbatee yommuu xumuru, Galiilaadhaa baʼee gara daangaawwan Yihudaa warra Yordaanos gama jiranii dhufe.+

  • Luqaas 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Isaanis baʼanii bakka hundumaatti misiraachicha lallabaa fi namoota dhukkubsatan fayyisaa naannoo sana keessa ganda tokkoo gara ganda kan biraa deeman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi