LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kun anaaxicha+ ilma Maariyaam+ mitii? Obbolaan isaa Yaaqoob,+ Yoseef, Yihudaa fi Simoon+ mitii? Obboleettonni isaas nuu wajjin as jiru mitii?” Kanaafuu, isatti ni gufatan.

  • Luqaas 7:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Namni anatti hin gufanne+ gammadaa dha.”

  • 1 Qorontos 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 nuti garuu Kiristoos isa muka irratti fannifame lallabna; kunis Yihudootaaf wanta gufachiisu, saboota kaaniif immoo gowwummaa dha.+

  • 1 Pheexiros 2:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, isin waan amantaniif, inni isiniif gatii guddaa qaba; warra hin amanneef garuu, “dhagaan ijaartonni tuffatan,+ dhagaa golee isa hunda caalu* taʼe”;+ 8 akkasumas “dhagaa gufachiisuu fi qarsaa kuffisu taʼe.”+ Isaan kan gufatan dubbichaaf waan hin ajajamneefi. Wanti isaan eeggachaa tures kanuma.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi