LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Qotiyyoon yookiin harreen diina keetii badee utuu deemuu yoo argite, abbaa isaatiif deebisi.+

  • Keessa Deebii 22:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 “Harreen yookiin qotiyyoon obboleessa keetii karaa irratti kufee yoo argite, taʼe jettee callistee bira hin darbin. Horii sana kaasuuf isa gargaaruu qabda.+

  • Luqaas 14:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis, “Isin keessaa namni ilmi isaa yookiin qotiyyoon isaa guyyaa Sanbataatti boolla keessatti yoo jalaa kufe+ yeruma sana harkisee achi keessaa hin baasne eenyu?”+ isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi